Sagantaa Waldaa
Waldaa Mekaane Iyyasuus Boolee Atlaasitti | sa'aatii 8:00
Nagaa Keenya kabajaa isinii dhiheessaa, yoo jaalala Waaqayyoo ta’e Caamsaa 02/2018 sirni kakuu fi cidha gaa’ela keenyaa Waldaa Mekaane Iyyasuus Boolee Atlaasitti sa’aatii 8:00 irraa eegalee waan geggeeffamuuf guyyuma kana sa’aatii 11:00 irratti _______ wajjin galma Naarakiitti afeerraa irbaataa qophaa’e irratti akka argamtaniif kabajaan isin waamneerra
Durbee Meetii Xilaahunii fi
Dargaggoo Abbebee Asaffaa
Waldaa Mekaane Iyyasuus Boolee Atlaasitti | sa'aatii 8:00
"Fountain of Knowledge, CMC " | sa'aatii 11:00
Suuraawwan cidhaa keenya irratti kaaste nu waliin qooduudhaaf nuuf olkaa’i, yeroo bareedaa sana waliin yaadanna..